Nimona Adugna Tola

Nimona Adugna Tola

Share

North shawa

26/05/2025

Nama amanuun dura ofiif amanamaa ta'i
እዋዳቾዎሎሁ
Isin jaalatamtoota🫶

24/07/2024

Haadha manaa gaarii

02/03/2024

Anfaarroo leenca malee Baalchan shaashii hin hidhannee.
Saafaa loleetu mo’e Gabayyoon hin dhaadanne
Warraa faaggaa afufutu nan farsitanii fedhaa
Warraa gilgilii baatut saafaa lollefa jedhaa
Kan dhiigaa ittii kennineef bishaan bakka hin buutu
Maqaa gabaattii baddes gabaattii deebifatuu
———————————————————————-
Adawaattii kan adda kenne haa dhaadatu
Warri seena hin qabnemmoo haa saalfatu.
💪🏿💪🏿💪🏿💪🏿💪🏿💪🏿💪🏿💪🏿💪🏿💪🏿💪🏿💪🏿💪🏿💪🏿

Baga Yaadannoo ayyaana Adawaa geenye...!

13/02/2024

🫠🤣😀

30/06/2022

What?
🤗🤣🤣🤣🤣🤣🤣

02/06/2022

Waaaw

28/05/2022

Iddoo yaadde yeroo geesse
Jalqaba iddoo kaate sanaa yaadadhu!

28/05/2022

Maal jechuudha!😏
Gatiin 👊

25/05/2022

Daabboon
murama🙆

18/05/2022

Dafoo dafimee
Yaa hiriyummaa😘😘😘😘
💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪

Want your school to be the top-listed School/college in Manama?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Telephone

Address

North Shawa
Manama