Farfaattu kurii mengistu

Farfaattu kurii mengistu church of God

27/08/2021

Latin jirma qaba kan irra dhaalate
Jirmiis ni jirataa hundee jabeefate
Latin bara ka haadha isaa ganeera
Haadha waaqa Uumaa bayy'een dagateera

22/08/2021

MAQAA ABBAA KANA ILMAA KANA AFUURAA QULQULLUU WAAQAYYOO TOKKOO AMEEN AMEEN AMEEN

Baga geessan
//////////////////////////////////////

Waliin haa farfannu🎤🎤

📚Ol Baatee📚
() () () () () () () () () () () () () () () ()

Ol baatee maariyaam akka ilmaashee (2)
Kabaajanis ergamootan marfamtee{x2}

…=====…

Ol baatee ....kabaajan gara samiiti
Ol baatee.....ergamootan marfamte
Ol baatee.....galaanii isheef haa ta'u
Ol baatee.....maariyaam kabaajamtu

…=====…

Biran hin ture toomaasoon iddoo sanaa (2)
Itti dhuufnaan itti laate kaafannaa

Biran turee....yoomuusheen olbaatetii
Biran turee...eenyuuyyuu biran ture
Biran turee...toomaasoo itti dhufee
Biran turee .... kafaana ishee irraa fudhe

…=====…

Kafaana ishees argaanii amaananii (2)
Huundii isaanii aja'ibsiifatanii

Kafaanaa ishees ....Toomaaso fidee dhufe
Kafaanaa ishees_ .... _dukkaa bu'ootatii kenne
Kafaanaa ishees ..... isaanuu argaaniitu
Kafaanaa ishees..... baay'ee gammaadaniiruu

…=====…

Ulfinaan teessee mirgaa ilmaashee (2)
Haa kabaajamtuu hin jiru kana akka ishee

Ulfinaan teesse_ ..... _dawwit akka duubbaateti_
Ulfinaan teesse_...... _Uffaataa warqii uffaate
Ulfinaan teesse_ ...... _Rajoonnii kan raajanii
Ulfinaan teesse_...... _kunoo har'a mul'atte

።።።።።።።።።።።።።።

Elelelelelelelelelele
Elelelelelelelelelelelele
Elelelelelelelelelelelelelelele

04/08/2021

Iyyeesuus Qoriicha Addunyaa
Du'a keen nu laate jireenya
Oolma keetif Mal sii deebisnaa
Galata fi weddudha siifarsiinaa(2)

28/07/2021

Kenna guyyaa jimaata
Maariyaam Badhaasa Goofta.....

17/07/2021

Jalalaa keen kakaastee.....

02/07/2021

Hin Dukkaana'uu Abdiin koo
Osooniin si qabuu waaqa koo

30/06/2021

Abbaa waaregamaa Qulqullu Giyoorgisii....

28/06/2021

Elelelelelelelelelele

27/06/2021

Baga geessan
Guyya sanbata Qulqulleeti .

Ano cubbamadha danda'ee hin dhabadhuu{{2}}
Kan Akka ke goofta tasumayyu hin Argadhuu{{2}}.

23/06/2021

😭 Waaqayyo lubbu ke mirga Qulqulloota nuf haa dhaabu.

13/06/2021

Waaqayyo siif jedhee gadi of qabe. Ati garuu matuma keef jette illee gadi of qabuu akkamiin dadhabdu! "

Q ~Meqaariyoos.

Address

Al Ain

Telephone

+96894485262

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Farfaattu kurii mengistu posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share