Zeynuu yusuuf

Galamsooti dhaladhe Wallaggatin Guddadhe yemaaniti Qacharame

Operating as usual

04/07/2022

H. Pylori. Baakteriyaa garaachaa

24/05/2022

Argaa kee kana boooda nama wahi

23/05/2022

As wr wb jira jirtuu waarii na yaadan

17/05/2022

As wr wb jira jirtuu oro too

17/05/2022

J too yaade baggaa ree

13/05/2022

As wr wb jira jirtuu

09/05/2022

Dargaggeessa tokkotu ture. Fuudhee akkuma waliin jireenya eegalaniin, jireenyi baay'ee itti ulfaate. Kanaaf sababni, duwwummaa golasaanii ture. Furmaata barbaaduuf mana gadhiisee deemuun dirqama itti ta'e. Manaafi haadha warraasaa gatee, bakka biraa deemee hojii humnaa hojjetee waa qabatee dhufuuf deeme. Waggaan tokko yeroo dhumu galuuf jedhe, garuu homaayyuu walitti qabatee hinjiru. Galmasaa bara itti aanutti qabate. Bara sanas hinmilkoofne. "Har'a...bor...waggaa har'aa...bara dhufu...." osoo jedhuu waggaa 15 mana irraa fagaatee ture.

Maallaqni inni walitti qabatee jiru qarshiii 3000 qofaadha. Amma galuun hin oolumaaf, kanuma qabatee galuuf qajeele. Namoota muraasa ta'anii osoo daandii dheeraa deemaa jiranii, jaarsa tokkotti dhufani. Haasawaa keessa, dargageessichi haala keessa ture itti haasahuu hindhiifne. Kanaan wal qabsiisee jaarsichi waan tokko jedheenii. "Qarshii qabattee jirtu kana naaf kenni, animmoo gorsan si gorsa. Gorsi ani si gorsu kun, furtuu jireenyakee ta'a" jedheen. Akka godhu dhabe. Kan qabuu kanuma, kanuma kennuuf jira. Kennes! Jaarsis, qarshii 3000 kanaan gorsa sadii kenneef. "1. Dhiyoo jettee karaa qaxxaamuraa hindeemiin. 2. Waan si hin ilaallanne keessa hinseeniin. 3. Ariifattee murtoo hinkenniin" kan jedhu ture.

Dargageessichi gorsa isaa fudhatee harka duwwaa isaa yommuu qajeelu, warreen kaan gorsicha tuffachuun itti qoosaa turani. Akkanumaan osoo deemanii, bakka wayii gahani. Karaa bosona tokko keessa nama baasu deemuuf yeroo qajeelan, dargageessichi gorsa jaarsaa yaadatee deebi'e. "Dhiyoo jettee karaa qaxxaamuraa hindeemiin!" jedheera jaarsi. Kanaaf warreen kaan dhiisee karaa biraa qabate. Osooma deemuu, karaatti itti dhiyee mana namaatti gore, buluuf. Osoon turiin oduu tokkootu gurra isa bu'e. Saamtonni jarreen bosona keessa bahuuf deeman sana saamanii boodarra akka isaanuu ajeessan, oduu gaddaa dhagahe. Gorsa jaarsaattis baay'ee gammade.

Mooraa mana bulee sana keessatti awwala arge, dargaggeessichi. Maal akka ta'e gaafata. Abbaan manaa akkana jedha; "Mannikoo karaarra waan ta'eef, namoonni goranii bulu. Yeroo kana haati manaakoo maaliif akka akkas fokkiftu na gaafatu. Yeroo kana, ani aareen isaan ajjeessa. Ajjeeseen isaan awwaala. Kun awwaala isaaniiti. Ati akkana naan jechuu dhabuukeetiin badhaasa qabda" jedheenii qarshii 10,000 badhaase. Yeroo kana dargageessichi naasuu guddaa keessa taa'ee waa tokko yaadate. "Waan sin galchine keessa hingaliin" jedhee ture jaarsi.
Guyyaa itti aanu gara mana isaa duraa, gara haadha manaa isaa deemuuf imala eegale. Halkan keessaa sa'aa 6tti gahe. Raftee jirti. Hirriba keessaa hinkaasu jechuun, suuta jedhee harka loofatee banatee olseene. Ajaa'iba arge. Haati warraasaa dargaggeessota lama jidduu rafaa jirti. Aaree waraanuuf jedhee, gorsa jaarsaa yaadate. "Ariifattee hinmurteessiin!" kan jedhutu isa dhorke. Aariima guddaa keessatti of qabeetu, gadi bahee galbii bule. Ganama haati warraasaa yeroo kaatu, isa argitee naatee boo'uu eegalte. Itti marmitees akkana jetteen; "Baga nagaan naaf dhufte. Anis waggaa hedduuf obsaan si eegaan ture. Yeroo ati deemte kan garaatti na hafanii turan, kunoo amma dargaggoota ta'anii si eegani." Jarri isheen jidduu raftu ijoolleemasaa turani. Galgala badii gochuu dhiisuusaaf baay'ee galateeffate. Gorsa jaarsaan akkasitti nama ta'e. Jireenya gammachuus maatiisaa waliin jiraachuu eegale. Qarshii 3000'n waan qarshiin hinbitne argate.
~~~
Gorsis ta'e muuxannoon dhala namaaf daandiidha. Jiruufi jireenya guyyuu keessatti galaa ta'uun nama sooru. Ogeessi isa gorsa fudhatuufi hojiirra oolchudha. Fudhachuu dhiisuun garuu, aarsaa hintaane nama kanfalchiisa. Yeroo tokko tokko, waan xiqqo barbaachisuuf jecha isa hundumarra barbaachisutti dugda gannee argamna. Akkanaan dhabaa jiraanna. Kanaaf hubannaatu fala. Yeroo kamuu haabarannu, muuxannoofi gorsa ofitti haa aanfannu!

09/05/2022
09/05/2022
08/05/2022

As

Wr

W/b

Namumaa sin yaade nan jedhuun dhabbe

01/05/2022

As

Wr

Wb

Id mubarak baggaa gessaan ummani muslimaa

01/05/2022
Want your school to be the top-listed School/college in Riyadh?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Category

Website

Address

Riyadh
LOKAL
Other Schools in Riyadh (show all)
Dar Jana International School Dar Jana International School
Abdullah Al Khurayji Street
Riyadh

Since 1999

Higher Institute for Plastics Fabrication Higher Institute for Plastics Fabrication
7798 AlKharj Road, New Industrial City, Unit #1
Riyadh, 14331-3244

HIPF is the first specialized institute to serve the plastic industry in the Kingdom. Pioneering the

Sekolah Indonesia Riyadh Sekolah Indonesia Riyadh
Um Al Hammam
Riyadh, 12329

Kedutaan Besar Republik Indonesia, Sekolah Indonesia Riyadh PO. BOX 94343 Riyadh 11693 Saudi Arabia

مدارس التربية النموذجية مدارس التربية النموذجية
شارع الامير ماجد بن عبد العزيز حي الريان
Riyadh, 41980

Al-Tarbiya Al-Namothajiyah School

FinanceBiz FinanceBiz
شارع هارون الرشيد، الفيحاء،
Riyadh, 14254

لا أحد يتحمل المسؤولية عن وضعك المستقبلي غير نفسك. إذا ?

DAKHS DAKHS
Riyadh

yes

CTaranim CTaranim
العليا/حي الورود
Riyadh

استقبال ورعاية الاطفال لجميع الاعمار بدًا من حديثي الو

International Indian School Riyadh المدرسة الهندية العالمي International Indian School Riyadh المدرسة الهندية العالمي
(Boys Section) الحسن بن علي،، Ar Rawdah, Girls Section Farazdaq Stre
Riyadh, 13211

Welcome to the Official Page of International Indian School Riyadh.

Knowledge Academy Knowledge Academy
شارع ابي هريرة، حي النسيم الشرقي
Riyadh

تدريس المنهج المصري باحترافية

SEK-Riyadh International School SEK-Riyadh International School
Al Toq
Riyadh

SEK International School Riyadh is conveniently located in the Al Rabie district, in central Riyadh