Sheikh Mohammed Tofiq

Sheikh Mohammed Tofiq

Share

https://t.me/DarsiileeShMTofiq

Operating as usual

30/01/2025

التوحيد أولا
Towhiidatti ummata yaamuu shirkii fi bid'aa irraa dhoorkuun waa hunda dursuu qaba

30/01/2025
29/01/2025

Sheekh Jemal Aliy Abdula tti aansee Namni haga obboleessa kiyya jaalatamaa fi kabajamaa usz Anas Mohammed Idris nu wajji laffa'aa jiru,kan gammachuu fi gaddaas nu waliin qooddataa jiru hin jiru! Habiibanaa Rabbiin duniyaa fi Aakhirattiis oliin sihaa deemu

29/01/2025

Obboleessi keenya jaalatamaa,kabajamaa fi arjaan namaa sheekh Jemal Aliy Abdula motora nu badhaasan! رفع الله قدرك في الدارين

Photos from Sheikh Mohammed Tofiq's post 29/01/2025

Motorri da'awaa ittiin goonu nu harka seenee jira!
Obboleessa keenya jaalatamaa fi kabajamaan kan waan qabu ummata islaamaatii wajji qabu kan waan baaylama seene guutuun beekkamu motora nuuf bituuf baaylama seenee osoo turbee hin guutin nu harkaan gaye!
sheekh Jemal Aliy Abdula رفع الله مكانه ومكانته في الدارين Rabbiin duniyaa fi Aakhirattiis ol isa haa fuudhu

27/01/2025

Muhadaraa Aanaa qarsaa,bululo Majlisa sheekh Aliyyi Ahmed

Photos from Sheikh Mohammed Tofiq's post 26/01/2025

Muhaadaraa Aanaa kombolchaa majlisa fallaanaa

25/01/2025

Muhaadaraa laangey sheikh Jemal Aliy Abdula

25/01/2025

Muhaadraa magaalaa laangey Eng. Abdurahman Hussen

25/01/2025

Muhaadaraa magaalaa laangey sh ma'aruf Shek Ma Aruuf Ibraahim

25/01/2025

Muhadara magala langey shek aliyi awale

25/01/2025

Muhadara magala langey Shekh Ahmed Toofiq

Want your school to be the top-listed School/college in Cairo?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Videos (show all)

التوحيد أولاTowhiidatti ummata yaamuu shirkii fi  bid'aa irraa  dhoorkuun waa hunda dursuu qaba
Obboleessi keenya jaalatamaa,kabajamaa fi arjaan namaa  sheekh Jemal Aliy Abdula motora nu badhaasan! رفع الله قدرك في ا...
Muhadaraa Aanaa qarsaa,bululo Majlisa sheekh Aliyyi Ahmed
Muhaadaraa laangey sheikh Jemal Aliy Abdula
Muhaadraa magaalaa laangey Eng. Abdurahman Hussen
Muhaadaraa magaalaa laangey sh ma'aruf Shek Ma Aruuf Ibraahim
Muhadara magala langey shek aliyi awale
Muhadara magala langey Shekh Ahmed Toofiq
Muhaadaraa magaalaa laangey She Usmaan Durrii usman durrii
Muhaadaraa magaalaa laangeyitti SHeikh Bayaan Yahayaa
Ilmii sirritti baratuuf Akkam tahuu qabna

Location

Website

https://t.me/DarsiileeShMTofiq

Address


Cairo